We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faaruu 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faaruu 3 Faaruu Faaruu 5 →

1Warqeen akkamitti boorrajjaaʼe?

2Ilmaan Xiyoon kanneen akka

3Waangoonni iyyuu ilmaan isaanii hoosisuuf

4Sababii dheebuutiif arrabni daaʼimmanii

5Warri dur cidha nyaachaa turan,

6Adabbiin yakka saba koo

7Ilmaan mootota isaanii cabbii caalaa qulqulluu,

8Amma garuu qaqaa caalaa gurraachaʼaniiru;

9Warra beelaan dhumanii mannaa,

10Yeroo sabni koo dhumetti

11Waaqayyo dheekkamsa isaa guutuu gad dhiise;

12Akka diinonni yookaan amajaajonni

13Garuu wanni kun sababii cubbuu

14Isaan akkuma jaamotaa

15Namoonnis, “Isin xuraaʼoo dha! Asii badaa!

16Waaqayyo mataa isaatu isaan bittinneesse;

17Akkasumaan gargaarsa eeggachuudhaan

18Akka nu daandii keenya irra deemuu hin dandeenyeef

19Warri nu ariʼan

20Hafuurri lubbuu keenyaa kan Waaqayyo dibe,

21Yaa Intala Edoom kan biyya Uuzi keessa jiraattu

22Intala Xiyoon adabamuun kee ni dhuma;

← Faaruu 3 Faaruu Faaruu 5 →