1Magaalaan dur namaan guutamtee turte sun
2Isheen halkan halkan hiqqifattee boossi;
3Rakkinaa fi cunqurfama guddaa booddee
4Daandiiwwan Xiyoon ni booʼu;
5Amajaajonni ishee gooftota ishee taʼaniiru;
6Intala Xiyoon irraa
7Baroota rakkinaa fi asii achi jooruu ishee keessa
8Yerusaalem akka malee cubbuu hojjette;
9Xuraaʼummaan ishee wandaboo isheetti maxxane;
10Qabeenya ishee hundatti
11Namoonni ishee hundinuu utuma
12“Warra karaa irra dabartan hundi, kun isiniif homaa mitii?
13“Inni ol gubbaadhaa ibidda erge;
14“Cubbuun koo waanjootti hidhameera;
15“Gooftaan gootota na keessatti argaman
16“Wanni ani booʼee
17Xiyoon harka ishee balʼifatteerti;
18“Waaqayyo qajeelaa dha;
19“Ani tumsitoota koo nan waammadhe;
20“Yaa Waaqayyo akka ani dhiphadhe ilaali!
21“Namoonni akka ani aadaa jiru dhagaʼaniiru;
22“Hamminni isaanii hundinuu