We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 25

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 24 Iyyoob Iyyoob 26 →

1Bildaad Shuhaahichi akkana jedhee deebise:

2“Mootummaa fi sodaatamuun kan Waaqaa ti;

3Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?

4Yoos namni akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?

5Yoo jiʼi illee fuula isaa duratti hin ifne,

6namni raammoo foonii taʼe,

← Iyyoob 24 Iyyoob Iyyoob 26 →