We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 19

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 18 Iyyoob Iyyoob 20 →

1Iyyoobis akkana jedhee deebise:

2“Isin hamma yoomiitti na dhiphistanii

3Amma siʼa kudhan na arrabsitaniirtu;

4Yoo ani dhugumaan karaa irraa goree jiraadhe,

5Yoo isin dhugumaan anaa olitti of guddiftanii

6akka Waaqni na miidhee

7“ ‘Ani miidhameera!’ jedhee iyyadhu illee deebii hin argadhu;

8Akka ani hin dabarreef inni karaa koo cufeera;

9Ulfina koo narraa mulqeera;

10Inni hamma ani badutti gama hundaan na diiga;

11Dheekkamsi isaa natti bobaʼa;

12Loltoonni isaa humnaan dhufanii

13“Inni obboloota koo narraa fageesseera;

14Firoonni koo na dhiisaniiru;

15Keessumoonni mana koo jiranii fi

16Hojjetaa koo nan waama;

17Hafuurri koo niitii kootti illee jibbisiisaa dha;

18Ijoolleen xixinnoon iyyuu na tuffatu;

19Michoonni koo kanneen walitti dhiʼaannu hundi na balfan;

20Ani gogaa fi lafeedha malee homaa miti;

21“Garaa naa laafaa, yaa michoota koo garaa naa laafaa;

22Isin maaliif akkuma Waaqni na ariʼu sana na ariitu?

23“Maaloo utuu dubbiin koo barreeffamee jiraatee!

24Utuu sibiilaan kattaa irratti barreeffamee

25Ani akka furiin koo jiraataa taʼe,

26Erga gogaan koo badee booddee,

27ani mataan koo isa nan arga;

28“Yoo isin, ‘Sababii hiddi rakkina sanaa isa keessa jiruuf

29sababii dheekkamsi goraadeedhaan adabamuu fiduuf

← Iyyoob 18 Iyyoob Iyyoob 20 →