We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 11

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 10 Iyyoob Iyyoob 12 →

1Zoofaari Naaʼimaatichi akkana jedhee deebise:

2“Dubbiiwwan kunneen hundi deebii argachuu hin qabanii?

3Of jajuun kee afaan nama qabachiisaa?

4Ati Waaqaan, ‘Barsiisni koo qulqulluu dha;

5Maaloo utuu Waaqni sitti dubbatee,

6icciitii ogummaa siif ibsee ani akkamin hawwa!

7“Icciitii Waaqaa qorattee bira gaʼuu

8Isaan samiiwwan caalaa ol fagaatu; ati maal gochuu dandeessa?

9Safarri isaa lafa caalaa dheerata;

10“Yoo inni dhufee mana hidhaatti si galche,

11Dhugumaan inni sobdoota ni beeka;

12Yoo harreen diidaa nama taʼee dhalate malee

13“Taʼus yoo ati yaada kee gara isaatti deebiftee

14cubbuu harka kee keessa jiru yoo of irraa fageessite,

15ati qaanii tokko malee fuula kee ol qabachuu dandeessa;

16Ati dhugumaan rakkina kee ni irraanfatta;

17Jireenyi kee aduu saafaa caalaa ifa;

18Waan abdiin jiruuf ati hin sodaattu;

19Ati ni rafta; namni tokko iyyuu si hin sodaachisu;

20Iji hamootaa ni dadhaba;

← Iyyoob 10 Iyyoob Iyyoob 12 →