1Dubbiin Waaqayyoo kan waaʼee sabootaatiif gara Ermiyaas raajichaa dhufe kanaa dha:
2Waaʼee Gibxi:
3“Gaachana keessan xinnaa fi
4Fardeen feʼadhaa;
5Ani maal argaan jira?
6“Fiigaan baqachuu hin dandaʼu;
7“Kan akka Abbayyaa,
8Gibxi akkuma Abbayyaa,
9Yaa fardeen, isin garmaamaa!
10Guyyaan sun garuu guyyaa Gooftaa, kan Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼuu,
11“Yaa Gibxi durba qulqullittii,
12Saboonni qaanii kee ni dhagaʼu;
13“Dubbiin Waaqayyo akka Nebukadnezar mootiin Baabilon dhufee Gibxi dhaʼu Ermiyaas raajichatti dubbate kanaa dha:
14“Waan kana Gibxi keessatti dubbadhu; Migdoolittis labsi;
15Gootonni kee maaliif kufanii diriiru?
16Isaan ammumaa amma gufatu;
17Isaan achitti,
18“Dhugaa ana jiraataa” jedha mootichi inni maqaan isaa
19Ati kan Gibxi keessa jiraattu,
20“Gibxi goromsa bareedduu dha;
21Loltoonni isheen kiraadhaan bitattee gidduu ishee jiranis
22Gibxi yeroo diinni isheetti dhufutti
23Yoo inni hamma fedhe gobbate iyyuu,
24Intalli Gibxi ni qaaneffamti;
25Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Ani Aamoon Waaqa Tebesitti, Faraʼoonitti, Gibxittii fi Waaqa isheetti, mootota isheettii fi warra Faraʼoonin amanatanitti adabbii nan fida.
26Ani dabarsee warra lubbuu isaanii galaafachuu barbaadanitti, jechuunis Nebukadnezar mooticha Baabilonittii fi qondaaltota isaatti isaan kenna. Ergasii garuu Gibxi akkuma durii lafa namni keessa jiraatu ni taati” jedha Waaqayyo.
27“Yaa Yaaqoob tajaajilaa ko, ati hin sodaatin;
28Yaa Yaaqoob garbicha ko, ati hin sodaatin;