1Phaashihuur lubichi, ilmi Imeerii inni mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti bulchaa hangafa ture sun yommuu Ermiyaasii waan kana raaju dhagaʼetti,
2akka Ermiyaas raajichi tumamee Karra Beniyaam isa ol aanu kan mana Waaqayyoo biratti argamu sana keessatti miilli isaa jirma lama gidduu galee hidhamu godhe.
3Ermiyaasis guyyaa itti aanu yeroo Phaashihuur jirma lamaan gidduudhaa isa baasetti akkana jedheen; “Maqaan Waaqayyo siif baase Maagormiisaabiib malee Phaashihuur miti.
4Waaqayyo akkana jedhaatii; ‘Ani akka ati ofii keetii fi michoota keetti sodaachisaa taatu sin godha; yeroo isaan goraadee diinota isaaniitiin dhuman ijuma keetiin argita. Ani Yihuudaa hunda dabarsee mootii Baabiloniitti nan kenna; innis Baabilonitti isaan geessa yookaan goraadeedhaan isaan fixa.
5Ani qabeenya magaalaa kanaa hunda jechuunis oomisha ishee hunda, waan gatii guddaa qabu hundaa fi badhaadhummaa mootota Yihuudaa hunda dabarsee diinota isaaniitti nan kenna. Isaanis boojiʼanii fudhatanii Baabilonitti isaan geessan.
6Yaa Phaashihuur ati, warri mana kee jiraatan hundis boojiʼamtanii Baabilonitti geeffamtu. Atii fi michoota kee warri ati raajii sobaa dubbatteef hundi achitti duutanii awwaalamtu.’ ”
7Yaa Waaqayyo, ati na gowwoomsite; anis nan gowwoomfame;
8Ani yeroon dubbadhu hunda nan iyya;
9Garuu yoo ani, “Ani maqaa isaa hin dhaʼu
10Ani hasaasa, “Karaa hundaan sodaa!
11Waaqayyo garuu akkuma goota humna qabeessa tokkootti na wajjin jira;
12Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,
13Waaqayyoof faarfadhaa!
14Guyyaan ani dhaladhe haa abaaramu!
15Namichi, “Daaʼimni tokko jechuunis
16Namichi sun akkuma magaalaawwan
17Akka haati koo awwaala naa taatuuf,
18Ani maaliifan rakkinaa fi gadda arguuf