We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 2

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 1 Ermiyaas Ermiyaas 3 →

1Dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe;

2“Dhaqiitii gurra Yerusaalemiitti akkana jedhii labsi:

3Israaʼel kan Waaqayyoof qulqulloofte sun,

4Yaa mana Yaaqoob,

5Waaqayyo akkana jedha:

6Isaanis, ‘Waaqayyo inni Gibxii nu baasee,

7Ani akka isin ija ishee nyaattanii midhaan isheetti gammaddaniif

8Luboonnis, ‘Waaqayyo eessa jira?’

9“Kanaafuu ani amma iyyuu isin wajjin falmii qaba”

10Mee gara qarqara Kitiimitti ceʼaatii ilaalaa;

11Yoo isaan waaqota taʼuu baatan iyyuu

12Yaa samiiwwan, waan kana dinqifadhaa;

13“Uummanni koo cubbuu lama hojjete:

14Israaʼel garbaa? Inni garbicha manatti dhalatee?

15Leenconni aadaniiru;

16Akkasumas namoonni Memfiisii fi

17Ati yeroo inni karaa irra si qajeelchetti,

18Egaa ati maaliif Shihoorii bishaan dhuguuf jettee

19Hamminni kee si adaba;

20“Ani bara dheeraan dura waanjoo kee sirraa cabseera;

21Ani garuu muka wayinii filatamaa,

22Ati yoo daaraadhaan dhiqattee

23“Ati akkamitti, ‘Ani hin xuroofne;

24harree diidaa kan gammoojjii barattee

25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,

26“Akkuma hattuun yeroo qabamtu salphifamtu sana

27Isaan mukaan, ‘Ati abbaa koo ti,’

28Waaqonni ati ofiif tolfatte sun eessa jiru?

29“Isin maaliif na himattu?

30“Ani akkasumaanan ijoollee keessan adabe;

31“Isin dhaloonni ammaa dubbii Waaqayyoo qalbeeffadhaa:

32Durbi tokko faaya ishee,

33Ati jaalala adamsuutti akkam ogeettii dha!

34Ati utuu isaan cabsanii seenanuu isaan qabuu baattu iyyuu,

35ati, ‘Ani balleessaa hin qabu;

36Ati maaliif karaa kee geeddaruudhaan,

37Ati mataa kee qabattee,

← Ermiyaas 1 Ermiyaas Ermiyaas 3 →