We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 40

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 39 Iyyoob Iyyoob 41 →

1Waaqayyos Iyyoobiin akkana jedhe:

2“Namni Waaqa Waan Hunda Dandaʼuun falmu tokko isa ni qajeelchaa?

3Iyyoobis akkana jedhee Waaqayyoof deebise:

4“Ani nama faayidaa hin qabnee dha; akkamittin deebii siif kenna?

5Ani yeroo tokko dubbadheera; garuu ani waanan deebisu hin qabu;

6Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate:

7“Akka dhiiraatti mudhii kee hidhadhu;

8“Ati murtii koo qajeelaa sana gatii dhabsiistaa?

9Irree akka irree Waaqaa qabdaa?

10Ulfinaa fi guddinaan of miidhagsi;

11Dheekkamsa kee kan guutee irra yaaʼu sana dhangalaasi;

12Nama of tuulu hunda ilaalii gad deebisi;

13Isaan hunda walitti qabii biyyoo keessatti awwaali;

14Yoos ani mataan koo, akka harki kee mirgaa

15“Bihemootin ani akkuman si uumettin uume,

16Jabinni isaa dugda isaa keessa,

17Eegeen isaa akkuma muka birbirsaa raafama;

18Lafeen isaa akka ujummoo naasii ti;

19Inni uumamawwan Waaqaa keessaa hangafa;

20Gaarran marga ni kennuuf;

21Inni huuxxii qoraattii qabu jala ciisa;

22Gaaddisni huuxxii qoraattii qabuu isa haguuga;

23Yommuu lagni cabsee yaaʼutti iyyuu kunoo, inni hin rifatu.

24Namni utuma inni arguu isa qabuu

← Iyyoob 39 Iyyoob Iyyoob 41 →