We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 3 Iyyoob Iyyoob 5 →

1Eliifaaz namichi Teemaan sun akkana jedhee deebise:

2“Yoo namni tokko sitti dubbachuu yaale, ati ni komattaa?

3Ati akka nama baayʼee barsiifte,

4Dubbiin kee warra gatantaran gargaaree dhaabeera;

5Amma garuu rakkinni sirra gaʼe; atis abdii kutatteerta;

6Waaqa sodaachuun kee irkoo kee,

7“Ammas yaadadhu; namni qulqulluun takkumaa badee beekaa?

8Akka ani hubadhetti warri waan hamaa qotatan,

9Isaanis hafuura Waaqni isaanitti baafatuun badu;

10Leenci ni aada; ni gururiʼas;

11Leenci jabaan waan adamsu dhabee ni duʼa;

12“Dubbiin tokko icciitiidhaan naa fidame;

13Abjuu halkanii sodaachisaa keessa,

14sodaa fi hollachuun na qabatee

15Hafuurri luffi jedhee fuula koo dura darbe;

16Innis ni dhaabate;

17‘Namni duʼa hin oolle, Waaqa caalaa qajeelaa taʼuu dandaʼaa?

18Waaqni tajaajiltoota isaa hin amanatu;

19yoos warri manneen suphee keessa jiraatan,

20Isaan ganamaa fi galgala gidduutti burkutaaʼu;

21Akka isaan ogummaa malee duʼaniif

← Iyyoob 3 Iyyoob Iyyoob 5 →