We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 32

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 31 Iyyoob Iyyoob 33 →

1Sababii Iyyoob nama qajeelaa of seʼeef namoonni sadan kunneen deebii kennuufii dhiisan.

2Eliihuun ilmi Barakeel Buuzichi maatiin Raamii sun garuu sababii Iyyoob qooda Waaqaa qajeelaa of godheef akka malee itti aare.

3Akkasumas sababii isaan Iyyoobitti muruu malee deebii hin qabaatiniif Eeliihuun michoota Iyyoob sadanitti akka malee aare.

4Eliihuun waan namoonni sun umuriidhaan isa caalaniif utuu dursee Iyyoobitti hin dubbatin ture.

5Garuu yeroo akka namoonni sun sadan waan dubbatan dhaban argetti aariin isaa ittuma caale.

6Kanaafuu Eliihuun ilmi Barakeel Buuzichaa sun akkana jedhe:

7Ani, ‘Umuriin ni dubbata;

8Garuu hafuura nama keessa jiru,

9Ogeessi jaarsa qofa miti;

10“Kanaafuu ani akkana nan jedhaa na dhaggeeffadhaa;

11Ani yeroo isin dubbattan nan obse;

12ani qalbeeffadheen isin dhagaʼe.

13Isin, ‘Nu ogummaa arganneerra;

14Iyyoob garuu dubbii isaatiin na hin tuqne;

15“Isaan abdii kutatanii waan jedhan dhaban;

16Erga isaan calʼisanii,

17Ani deebii koo nan kenna;

18Dubbiin na keessa guuteeraatii;

19garaan koo akkuma daadhii wayinii kan qadaadamee,

20Ani dubbadhee qabbaneeffachuun qaba;

21Ani nama wal hin caalchisu;

22Utuu ani nama saaduu beekee,

← Iyyoob 31 Iyyoob Iyyoob 33 →