We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Iyyoob 27

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Iyyoob 26 Iyyoob Iyyoob 28 →

1Iyyoob haasaa isaa itti fufee akkana jedhe:

2“Dhugaa Waaqa jiraataa murtii qajeelaa na dhowwate,

3hamma lubbuun na keessa jirtutti,

4afaan koo hammina hin dubbatu;

5Isin qajeeltota jechuu, Waaqni ana irraa haa fagaatu;

6Qajeelummaa koo jabeessee nan qabadha; gadis hin dhiisu;

7“Diinni koo akka nama hamaa, mormituun koo

8Yommuu Waaqni lubbuu isaa isa irraa fudhatee isa balleessutti,

9Yeroo rakkinni isatti dhufutti,

10Inni Waaqa Waan Hunda Dandaʼutti ni gammadaa?

11“Ani waaʼee harka Waaqaa isin nan barsiisa;

12Hundi keessan waan kana argitaniirtu;

13“Carraan Waaqni nama hamaaf qoode,

14Ijoolleen isaa akka malee baayʼatan iyyuu goraadeetu isaan eeggata;

15Hambaa isaa dhaʼichatu awwaala;

16Inni meetii akkuma biyyootti tuullatee

17waan inni kuufate nama qajeelaatu uffata;

18Manni inni ijaaru akkuma mana dholdholee ti;

19Inni utuma qabeenya qabuu dhaqee ciisa; garuu itti hin deebiʼu;

20Sodaan akkuma lolaa isa irra garagala;

21Bubbeen baʼa biiftuu isa fudhata;

22Inni humna bubbee jalaa baʼuuf jedhee baqata;

23Harka isaa dhadhaʼee itti qoosa;

← Iyyoob 26 Iyyoob Iyyoob 28 →