1“Yaa dubartii dhabduu,
2“Iddoo dunkaana keetii balʼifadhu;
3Ati gara mirgaattii fi gara bitaatti ni babalʼattaatii;
4“Hin sodaatin; ati hin qaanoftuutii.
5Uumaan kee dhirsa keeti;
6Waaqayyo akka waan ati
7“Ani yeroo muraasaafan si dhiise;
8Ani dheekkamsa guddaadhaan
9“Wanni kun anaaf akkuma bara Nohi,
10Tulluuwwan raafamanii,
11“Yaa magaalaa miidhamte kan dambaliidhaan garagalfamtee nama si jajjabeessu dhabde,
12Ani fiixee kee lula diimaadhaan,
13Waaqayyo ilmaan kee hunda ni barsiisa;
14Ati qajeelummaadhaan hundeeffamta;
15Yoo namni tokko iyyuu lola sitti kaase ani keessaa hin qabu;
16“Kunoo, kan tumtuu sibiilaa kan cilee buufee
17meeshaan si miidhuuf tolfame kam iyyuu hin milkaaʼu;