1Ani naman jaalladhu sanaaf,
2Innis lafa sana qotee isa irraa dhagaa balleessee
3“Yaa jiraattota Yerusaalemii fi saba Yihuudaa,
4Waan ani godheef kana caalaa
5Ani amma waanan iddoo dhaabaa wayinii koo gochuuf jiru
6Ani isa nan onsa;
7Iddoon dhaabaa wayinii
8Isin warra hamma iddoon
9Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu utumaa ani dhagaʼuu akkana jedhee dubbate:
10Iddoo dhaabaa wayinii cimdii kudhan irraa daadhii wayinii baadoosii tokko qofatu galfama;
11Warra dhugaatii barbaachaaf ganamaan kaʼan,
12Isaan cidha isaanii irratti baganaa, kiraaraa fi dibbee,
13Kanaafuu sabni koo
14Kanaafuu Siiʼool garaa isaa balʼifatee
15Kanaafuu namni gad qabama;
16Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu garuu
17Yeroo sanatti hoolonni akkuma waan lafa dheeda isaanii keessa jiraniitti ni dheedu;
18Warra funyoo gowwoomsaatiin cubbuu,
19kanneen, “Waaqni haa ariifatu;
20Warra hamaadhaan gaarii,
21Warra akka yaada isaaniitti ogeeyyii,
22Warra daadhii wayinii dhuguutti jabaa,
23warra mattaʼaa fudhatanii yakkamaa gad lakkisaniif,
24Kanaafuu akkuma arrabni ibiddaa cidii lafa irraa arraabu,
25Kanaafuu dheekkamsi Waaqayyoo saba isaatti ni bobaʼa;
26Inni saboota fagoo jiraniif faajjii ol qaba;
27Isaan keessaa namni tokko iyyuu hin dadhabu yookaan hin gufatu;
28Xiyyi isaanii qaramaa dha;
29Aaduun isaanii akkuma aaduu leencaa ti;
30Gaafas isaan akkuma huursaa galaanaa