1Mulʼata Obaadiyaa.
2“Kunoo, ani saboota gidduutti sin xinneessa;
3Ati kan baqaqaa kattaa keessa jiraattee
4Yoo ati akkuma risaa ol fagaattee
5“Hattuun yoo sitti dhuftee
6Esaawu garuu akkam saamamee
7Gareen kee hundinuu gara moggaatti si dhiiba;
8“Ani bara sana ogeeyyii Edoom,
9“Yaa Teemaan qabsaaʼonni kee ni rifatu;
10Sababii daba obboleessa kee Yaaqoobitti hojjetameetiif
11Gaafa alagoonni qabeenya isaa
12Gaafa inni milkii dhabetti
13Bara balaan isaanitti dhufe keessa
14Baqattoota isaa fixuuf jettee qaxxaamura karaatti
15“Guyyaan Waaqayyoo
16Akkuma isin gaara koo qulqulluu irratti dhugdan sana,
17Tulluu Xiyoon irra garuu furamuun ni jiraata;
18Manni Yaaqoob ibidda,
19Namoonni Negeeb
20Gareen boojiʼamtoota Israaʼel kan Kanaʼaan jiraatu kun
21Bilisa baastonni tulluuwwan Esaaw bulchuudhaaf