1“Waaʼee ilmaan mootota Israaʼeliif faarsii booʼi;
2akkanas jedhi:
3Ilmoolee ishee keessaas tokko guddifatte;
4Saboonni waaʼee isaa dhagaʼan;
5“ ‘Isheen yommuu akka abdiin ishee hin guutamin,
6Inni leencota gidduu biddiiqe;
7Inni daʼannoo isaanii diige;
8Ergasii saboonni warri kutaalee biyya naannoo
9Isaan hokkoodhaan qabanii mana shiboo keessa isa kaaʼan;
10“ ‘Haati kee akkuma wayinii
11Dameewwan isaas jajjaboo
12Isheen garuu aariidhaan buqqifamtee
13Amma isheen gammoojjii keessa,
14Damee ishee tokko keessaa ibiddi baʼee