1Shittoo urgaaʼaa irra maqaa gaarii wayya;
2Mana cidhaa dhaquu mannaa
3Fuulli gaddu waan garaa gammachiisuuf
4Qalbiin ogeessaa mana booʼichaa jira,
5Sirba gowwootaa dhagaʼuu mannaa
6Kolfi gowwaa akkuma qoraattii
7Cunqursaan ogeessa gowwaa godha;
8Jalqaba waan tokkoo irra dhuma isaa wayya;
9Hafuura keetiin aaruuf hin ariifatin;
10Ati, “Barri durii maaliif bara kana caale?” hin jedhin;
11Ogummaan akkuma dhaalaa waan gaarii dha;
12Akkuma maallaqni daʼoo taʼe sana
13Waan Waaqni hojjete mee ilaali:
14Yommuu yeroon gaarii taʼutti gammadi;
15Ani jireenya koo kan faayidaa hin qabne kana keessatti waan kana lachuu argeera; kunis:
16Ati akka malee qajeelaa hin taʼin;
17Ati akka malee hamaa hin taʼin;
18Utuu isa kaan gad hin dhiisin
19Ogummaan, bulchitoota magaalaa tokko keessa jiran kudhan caalaa
20Namni qajeelaan waan qajeelaa malee
21Waan namni jedhu hunda hin dhaggeeffatin;
22ati mataan kee iyyuu yeroo baayʼee
23Ani waan kana hunda ogummaadhaanan qoradhee,
24Wanti jiru hundi fagoo dha; gad fagoo dha;
25Kanaafuu ani gara ogummaa fi
26Ani waan duʼa caalaa hadhaaʼuu nan arge; kunis:
27Lallabaan akkana jedha; “Kunoo wanni ani qoradhee bira gaʼe kanaa dha:
28ani ammas nan sakattaʼe;
29Kunoo ani waan kana qofa nan argadhe: