We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Lallaba 12

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Lallaba 11 Lallaba

1Utuu guyyaan rakkinaa hin dhufin,

2utuu aduu fi ifni,

3yeroo itti eegdonni manaa hollatanii

4yeroo itti balballi daandii guddaatti geessu cufamee

5yeroo itti namni lafa ol dheeraa fi

6Utuu funyoon meetii hin citin,

7utuu biyyoon lafa turetti hin deebiʼin,

8Lallabaanis, “Wanni hundi faayidaa hin qabu!

9Lallabaan sun ogeessa qofa utuu hin taʼin beekumsas namaaf ni qooda ture. Inni itti yaadee, qoratee fakkeenya baayʼee tartiibaan kaaʼeera.

10Lallabaan kun jecha sirrii argachuuf jedhee qorate; wanni inni barreesses qajeelaa fi dhugaa dha.

11Dubbiin ogeessaa akkuma meeshaa ittiin loon oofanii ti; jechi isaa kan walitti qabames akkuma mismaara jabeeffamee rukutamee ti; kanas tiksee tokkotu kenne.

12Yaa ilma ko, waan kana irraa hafe hunda of eeggadhu.

13Amma wanni hundinuu dhagaʼameera;

14Waaqni hojii hunda,

← Lallaba 11 Lallaba