1Dubbii lallabaa ilma Daawit, isa Yerusaalem keessaatti mootii taʼe sanaa:
2Lallabichi, “Faayidaa hin qabu!
3Namni hojii isaa kan aduudhaa gaditti
4Dhaloonni ni dhufa; dhaloonni ni darba;
5Biiftuun ni baati; biiftuun ni lixxi;
6Bubbeen gara kibbaatti bubbisa;
7Lagni hundi galaanatti yaaʼa;
8Wanni hundinuu hamma namni tokko
9Wanni duraan ture ammas ni taʼa;
10Wanni namni tokko, “Ilaa! Wanni kun haaraa dha”
11Namoonni bara durii hin yaadataman;
12Ani Lallabaan, Yerusaalem keessatti mootii Israaʼelin ture.
13Ani waan samii gaditti hojjetame hunda ogummaadhaan quʼadhee qoradhee bira gaʼuuf of kenneen ture. Waaqni baʼaa ulfaataa akkamii nama irra kaaʼe!
14Ani waan aduudhaa gaditti hojjetame hunda argeera; hundi isaanii iyyuu faayidaa hin qaban; kun akkuma nama bubbee ariʼuu ti.
15Wanni jalʼifame tokko deebiʼee hin qajeelfamu;
16Anis akkana jedheen yaade; “Kunoo, ani nama anaan dura Yerusaalemin bulchaa ture kam iyyuu caalaa guddadhee ogummaas dabaladheera; ani muuxannoo ogummaatii fi beekumsaa guddaa argadheera.”
17Kanaafuu ani ogummaa, maraatummaa fi gowwummaa hubachuufin of kenne; garuu ani akka wanni kunis bubbee ariʼuu taʼe nan baradhe.
18Ogummaa guddaa keessa gadda baayʼeetu jiraatii;