1Utuu ati akka obboleessa koo
2Anis si dura deemee mana haadha koo
3Harki isaa bitaa mataa koo jala jira;
4Yaa intallan Yerusaalem, ani isin kakachiisa;
5Kan michuu isheetti irkattee
6Akkuma chaappaatti laphee kee irra,
7Bishaan baayʼeen jaalala dhaamsuu hin dandaʼu;
8Nu obboleettii xinnoo tokko qabna;
9Utuu isheen dallaa dhagaa taatee
10Ani dallaa dhagaa ti;
11Solomoon Baʼaal Haamoon keessaa iddoo dhaabaa wayinii qaba ture;
12Iddoon dhaabaa wayinii kootii, kanuma koo ti;
13Yaa ishee iddoo biqiltuu keessa jiraattu,
14Yaa michuu ko, dafii kottu;