We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Yoonaas 2

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Yoonaas 1 Yoonaas Yoonaas 3 →

1Yoonaas garaa qurxummii keessaa Waaqayyoon Waaqa isaa kadhate.

2Innis akkana jedhe:

3Ati tuujubatti,

4Anis, ‘Kunoo ani fuula kee duraa balleeffameera;

5Bishaanonni na haguugan;

6Ani gara hundee tulluuwwaniittin gad liqimfame;

7“Yaa Waaqayyo, yeroo lubbuun koo dadhabdetti

8“Warri waaqota tolfamoo faayidaa hin qabnetti cichan

9Ani garuu faarfannaa galataatiin

10Waaqayyos qurxummii sana ajaje; qurxummiin sunis lafa gogaa irratti Yoonaasin tufe.

← Yoonaas 1 Yoonaas Yoonaas 3 →