1Kun mulʼata Amoos inni tikseewwan Teqooʼaa keessaa tokko ture sun bara Uziyaan mootii Yihuudaa, Yerobiʼaam ilmi Yooʼaash immoo mootii Israaʼel turetti, utuu sochiin lafaa hin taʼin waggaa lama dura waaʼee Israaʼel argee dha.
2Innis akkana jedhe:
3Waaqayyo akkana jedha:
4ani ibidda daʼannoo Ben-Hadaad
5Ani karra Damaasqoo nan cabsa;
6Waaqayyo akkana jedha:
7ani ibidda daʼannoo ishee barbadeessu tokko
8Ani mootii Ashdoodii fi isa Ashqaloon keessatti
9Waaqayyo akkana jedha:
10ani ibidda daʼannoo ishee barbadeessu tokko
11Waaqayyo akkana jedha:
12ani ibidda daʼannoo Bozraa barbadeessu tokko
13Waaqayyo akkana jedha:
14ani guyyaa lolaatti wacaan,
15Mootiin ishee boojiʼamee innii fi