We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

1 Seenaa 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

1 Seenaa 1 Seenaa 2 →

1Addaam, Seeti, Enoosh,

2Qeenaan, Mahalaleel, Yaared,

3Henook, Matuuselaa, Laameh,

4Ilmaan Noh: Seem, Haam, Yaafet:

5Ilmaan Yaafet:

6Ilmaan Goomer:

7Ilmaan Yaawaan:

8Ilmaan Haam:

9Ilmaan Kuushi:

10Kuushi abbaa Naamruud;

11Misrayim immoo abbaa

12Fatrusiimotaa, Kaseluhiimotaa jechuunis warra Filisxeemonni irraa dhalatanii fi Kaftooriimotaa ti.

13Kanaʼaan abbaa

14Yebuusotaa, Amoorotaa, Girgaashotaa,

15Hiiwotaa, Arkaawotaa, Siinotaa,

16Arwaadewotaa, Zemaarotaatii fi Hamaatotaa ture.

17Ilmaan Seem:

18Arfaakshad Sheelaa dhalche;

19Eeberiifis ilmaan lamatu dhalate:

20Yooqxaan immoo

21Hadooraam, Uuzaal, Diqlaa,

22Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa,

23Oofiir, Hawiilaa fi Yoobaabin dhalche. Warri kunneen hundinuu ilmaan Yooqxaanii ti.

24Seem, Arfaakshadi, Sheelaa,

25Eeberi, Felegi, Reʼuu,

26Seruugi, Naahoor, Taaraa,

27akkasumas Abraam kan Abrahaam jedhame sanaa dha.

28Ilmaan Abrahaam: Yisihaaqii fi Ishmaaʼeel.

29Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha:

30Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa,

31Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa.

32Ilmaan Qexuuraan saajjatoon Abrahaam sun deesse:

33Ilmaan Midiyaan:

34Abrahaam abbaa Yisihaaq.

35Ilmaan Esaawu:

36Ilmaan Eliifaaz:

37Ilmaan Reʼuuʼeel:

38Ilmaan Seeʼiir:

39Ilmaan Looxaan:

40Ilmaan Sobaal:

41Ilmi Aannaa:

42Ilmaan Eezeri:

43Mootonni utuu mootiin Israaʼel tokko iyyuu hin moʼin dura Edoom keessatti moʼan kanneen turan:

44Belaa duunaan Yoobaab ilmi Zeraa namichi Bozraa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

45Yoobaab duunaan Hushaam namichi biyya Teemaan iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

46Hushaam duunaan Hadaad ilmi Bedad inni biyya Moʼaabitti Midiyaanin moʼate sun iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Maqaan magaalaa isaa Aawiit jedhame.

47Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

48Samlaan duunaan Shaawul namichi biyya Rehoobooti ishee laga bira jirtu sanaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

49Shaawul duunaan Baʼaal-Haanaan ilmi Akboor iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

50Baʼaal-Haanaan duunaan immoo Hadaad iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Magaalaan isaas Faaʼuu jedhame. Maqaan niitii isaa immoo Maheexabiʼeel jedhama ture; isheenis intala Maxreed, intala Mee-Zaahaab turte.

51Hadaadis ni duʼe.

52Oholiibaamaa, Eelaa, Phiinoon,

53Qenaz, Teemaan, Mibzaar,

54Magidiiʼeelii fi Iiraam.

1 Seenaa 1 Seenaa 2 →